2 Seenaa Baraa 27:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yootaam+ yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 16f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yerushaa yeroo taʼu, ishiin intala Saadoq turte.+ 2 Seenaa Baraa 27:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni karra mana Yihowaa isa olii ni ijaare;+ akkasumas dallaa dhagaa Ofeel+ irratti hojii ijaarsaa hedduu raawwate. Nahimiyaa 3:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ warri Ofeel+ keessa jiraatan, isa hamma fuuldura Karra Bishaanii+ isa gara bahaatti argamu, akkasumas masaraa isa gara alaatti baʼe ni haaressan.
27 Yootaam+ yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 16f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yerushaa yeroo taʼu, ishiin intala Saadoq turte.+
3 Inni karra mana Yihowaa isa olii ni ijaare;+ akkasumas dallaa dhagaa Ofeel+ irratti hojii ijaarsaa hedduu raawwate.
26 Tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ warri Ofeel+ keessa jiraatan, isa hamma fuuldura Karra Bishaanii+ isa gara bahaatti argamu, akkasumas masaraa isa gara alaatti baʼe ni haaressan.