Izraa 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Wantoota kana booda, bara bulchiinsa Arxeksis+ mootii Faarsitti Izraan*+ ni deebiʼe. Inni ilma Seraayaa+ yeroo taʼu, Seraayaan ilma Azaariyaa, Azaariyaan ilma Hilqiyaa,+ Izraa 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Izraan kun Baabilon irraa dhufe. Inni garagalchituu* Seera Musee+ isa Yihowaan Waaqni Israaʼel kenne akka gaariitti beeku ture.* Harki Waaqa isaa Yihowaa isa irra waan tureef, mootichi wanta inni gaafate hundumaa isaaf ni kenne.
7 Wantoota kana booda, bara bulchiinsa Arxeksis+ mootii Faarsitti Izraan*+ ni deebiʼe. Inni ilma Seraayaa+ yeroo taʼu, Seraayaan ilma Azaariyaa, Azaariyaan ilma Hilqiyaa,+
6 Izraan kun Baabilon irraa dhufe. Inni garagalchituu* Seera Musee+ isa Yihowaan Waaqni Israaʼel kenne akka gaariitti beeku ture.* Harki Waaqa isaa Yihowaa isa irra waan tureef, mootichi wanta inni gaafate hundumaa isaaf ni kenne.