-
Zakkaariyaas 14:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Geebaa+ irraa kaasee hamma Rimoon+ ishii Yerusaalem irraa kallattii kibbaatiin argamtutti guutummaan biyyattii akka Arabaa+ ni taati; ishiin iddoo ishii duriitti ni kaati, namoonnis ishii keessa ni jiraatu;+ isaanis Karra Biiniyaam irraa kaasee+ hamma iddoo Karra Jalqabaatti, hamma Karra Goleetti, akkasumas Masaraa Hanaanʼel irraa kaasee+ hamma iddoo cuunfaa wayinii mootichaatti achi ni jiraatu.
-