9 Jiʼa Adaar,+ jechuunis jiʼa 12ffaa keessaa guyyaa 13ffaatti, yommuu dubbiin mootichaa fi seerri isaa hojii irra oolfamuuf jedhutti,+ guyyaa diinonni Yihudootaa akka isaan moʼan abdatanii turanitti, wanti kana irraa faallaa taʼe ni raawwatame; Yihudoonni warra isaan jibban ni moʼan.+