Iyyoob 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkuma duumessi bittinnaaʼuu fi badutti,Namni gara Awwaalaatti* gad buʼes deebiʼee ol hin baʼu.+ Faarfannaa 115:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Warri duʼan Yaahiin hin jajatan;+Namni gara duʼaatti* gad buʼu hundis isa hin jajatu.+ Isaayyaas 38:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akkana nan jedhe: “Ani Yaahiin,* eeyyee, Yaahiin biyya warra jiraatoo keessatti hin argu.+ Warra bakka jireenyi hin jirre keessa jiraatanii wajjin yeroon taʼutti,Ilmaan namootaa hin argu.
11 Akkana nan jedhe: “Ani Yaahiin,* eeyyee, Yaahiin biyya warra jiraatoo keessatti hin argu.+ Warra bakka jireenyi hin jirre keessa jiraatanii wajjin yeroon taʼutti,Ilmaan namootaa hin argu.