Uumama 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+ Faarfannaa 49:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, inni yommuu duʼu homaa fudhatee deemuu hin dandaʼu;+Simboon isaas isaa wajjin gad hin buʼu.+ Lallaba 5:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni tokko akkuma gadameessa haadha isaa keessaa qullaa isaa baʼetti, qullaa isaa deebiʼee deema.+ Hojii jabaatee hojjete hundumaa irraa wanta fudhatee deemuu dandaʼu tokko illee hin qabu.+ Lallaba 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis biyyoon gara lafaatti,+ bakkuma duraan turetti deebiʼa; hafuurris* gara Waaqa dhugaa isa hafuuricha namootaaf kennetti deebiʼa.+ 1 Ximotewos 6:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sababiin isaas, gara addunyaatti homaa fidnee hin dhufne, homaas fudhannee deemuu hin dandeenyu.+
19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+
17 Sababiin isaas, inni yommuu duʼu homaa fudhatee deemuu hin dandaʼu;+Simboon isaas isaa wajjin gad hin buʼu.+
15 Namni tokko akkuma gadameessa haadha isaa keessaa qullaa isaa baʼetti, qullaa isaa deebiʼee deema.+ Hojii jabaatee hojjete hundumaa irraa wanta fudhatee deemuu dandaʼu tokko illee hin qabu.+
7 Achiis biyyoon gara lafaatti,+ bakkuma duraan turetti deebiʼa; hafuurris* gara Waaqa dhugaa isa hafuuricha namootaaf kennetti deebiʼa.+