43 Wantoota kana erga dubbatee booda sagalee guddaadhaan, “Alaazaar, as baʼi!”+ jedhee iyye. 44 Namichi duʼe sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti gad baʼe; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture. Yesuusis, “Irraa hiikaa, haa deemu” isaaniin jedhe.