-
Iyyoob 1:10-12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ati isatti, mana isaattii fi wanta inni qabu hundumaatti naannessitee dallaa eegumsaa hin ijaarree ree?+ Hojii harka isaa eebbisteetta;+ horiiwwan isaas lafa irra guutaniiru. 11 Garuu, mee harka kee diriirsiitii wanta inni qabu hundumaa rukuti; dhugumaan inni ijuma* kee duratti si arrabsa.” 12 Achiis Yihowaan Seexanaan, “Kunoo, wanti inni qabu hundi harka kee* keessa jira. Isa garuu hin tuqin!” jedhe. Kanaafuu, Seexanni Yihowaa* duraa baʼee deeme.+
-
-
Faarfannaa 38:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Sababiin isaas, xiyyawwan kee akka malee na waraananiiru,
Harki kees gad na qabeera.+
-