-
Faarfannaa 18:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Diinota koo duukaa buʼee isaan nan dhaqqaba;
Hanga isaan haxaaʼamanii badanittis biraa hin deebiʼu.
-
-
Faarfannaa 18:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Isaan gargaarsaaf ni iyyatu, garuu kan isaan oolchu tokko illee hin jiru;
Yihowaatti illee ni iyyatu, inni garuu isaaniif hin deebisu.
-
-
Yaaqoob 4:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Fedhiiwwan foonii keessan ittiin guuttachuuf jecha kaayyoo dogoggoraatiif waan gaafattaniif, yoo gaafattan iyyuu hin argattan.
-