-
Iyyoob 2:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Michoonni Iyyoob* sadan rakkina Iyyoob irra gaʼe hundumaa dhagaʼanii tokkoon tokkoon isaanii iddoo isaaniitii ni dhufan; isaanis Eliifaaz+ Temaanicha, Bildaad+ Shuʼaatichaa+ fi Zofaar+ Naʼaamaaticha turan. Isaan Iyyoobiin jajjabeessuu fi isaaf gadduu isaanii argisiisuuf waliin taʼanii gara isaa dhaquuf walii galan.
-
-
Iyyoob 15:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Eliifaaz+ Temaanichi akkana jedhee deebise:
-
-
Iyyoob 22:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Eliifaaz+ Temaanichi akkana jedhee deebise:
-
-
Iyyoob 42:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kanaafuu, Eliifaaz Temaanichi, Bildaad Shuʼaatichii fi Zofaar Naʼaamaatichi deemanii wanta Yihowaan isaaniin jedhe ni godhan. Yihowaanis kadhannaa Iyyoob ni dhagaʼe.
-