-
Iyyoob 31:13-15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yeroo isaan na irratti komii* dhiheessanitti,
Tajaajiltoota koo warra dhiiraa yookiin warra durbaa haqa dhowwadheera yoon taʼe,
14 Yeroon Waaqayyo duratti dhihaadhutti* maal gochuun dandaʼa?
Yeroo inni na gaafatutti maalan isaaf deebisa?+
15 Isa gadameessa keessatti na tolchetu isaaniinis tolche mitii?+
-