1 Saamuʼel 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Inni ana duukaa buʼuu irraa waan garagalee fi dubbii koo waan hin raawwanneef, Saaʼoliin mootii gochuu kootti gaabbeera.”*+ Yeroo kanatti Saamuʼel baayʼee waan jeeqameef halkan guutuu gara Yihowaatti iyyaa bule.+
11 “Inni ana duukaa buʼuu irraa waan garagalee fi dubbii koo waan hin raawwanneef, Saaʼoliin mootii gochuu kootti gaabbeera.”*+ Yeroo kanatti Saamuʼel baayʼee waan jeeqameef halkan guutuu gara Yihowaatti iyyaa bule.+