Faarfannaa 147:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Galateeffannaadhaan Yihowaa faarfadhaa;Waaqa keenyaaf baganaadhaan faarfannaa galataa faarfadhaa; 8 Inni samiiwwan duumessootaan ni uwwisa,Lafaaf bokkaa ni kenna,+Gaarota irratti marga ni biqilcha.+
7 Galateeffannaadhaan Yihowaa faarfadhaa;Waaqa keenyaaf baganaadhaan faarfannaa galataa faarfadhaa; 8 Inni samiiwwan duumessootaan ni uwwisa,Lafaaf bokkaa ni kenna,+Gaarota irratti marga ni biqilcha.+