Zakkaariyaas 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Innis Iyyaasuu luba ol aanaa isa maleekaa Yihowaa dura dhaabbatee jiru natti argisiise;+ Seexanni immoo+ isa mormuuf karaa harka mirgaa isaatiin dhaabbatee ture. Maatewos 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sana booda Yesuus Diyaabilos akka isa qoruuf+ hafuurri gara lafa onaatti isa geesse.+ Maatewos 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Diyaabilosis isa qoruuf+ itti dhihaatee, “Ilma Waaqayyoo yoo taate, dhagoonni kun daabboo akka taʼan ajaji” isaan jedhe. Luqaas 22:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 “Yaa Simoon, yaa Simoon, kunoo, Seexanni hunda keessan akka qamadiitti gingilchuuf gaafateera.+ Yohaannis 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yeroo kanatti irbaata nyaachaa turan; Diyaabilosis, Yihudaa Asqorotichi+ ilmi Simoon Yesuusiin dabarsee kennuu akka yaadu godhee ture.+ Mulʼata 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.
3 Innis Iyyaasuu luba ol aanaa isa maleekaa Yihowaa dura dhaabbatee jiru natti argisiise;+ Seexanni immoo+ isa mormuuf karaa harka mirgaa isaatiin dhaabbatee ture.
3 Diyaabilosis isa qoruuf+ itti dhihaatee, “Ilma Waaqayyoo yoo taate, dhagoonni kun daabboo akka taʼan ajaji” isaan jedhe.
2 Yeroo kanatti irbaata nyaachaa turan; Diyaabilosis, Yihudaa Asqorotichi+ ilmi Simoon Yesuusiin dabarsee kennuu akka yaadu godhee ture.+
9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.