Faarfannaa 37:23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan yommuu daandii namaatti gammadu,+Tarkaanfii isaa isaaf ni qajeelcha.*+ 24 Yihowaan harkaan* waan isa deggeruuf,+Inni yoo kufe illee hin gombifamu.+ Faarfannaa 62:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Dhugumaan, inni qarsaa koo, fayyisaa koo fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha;+Ani matumaa akka malee hin raafamu.+ Faarfannaa 121:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni matumaa miilli kee akka mucucaatu* hin heyyamu.+ Inni si eegu matumaa hin mugu.
23 Yihowaan yommuu daandii namaatti gammadu,+Tarkaanfii isaa isaaf ni qajeelcha.*+ 24 Yihowaan harkaan* waan isa deggeruuf,+Inni yoo kufe illee hin gombifamu.+
2 Dhugumaan, inni qarsaa koo, fayyisaa koo fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha;+Ani matumaa akka malee hin raafamu.+