-
Keessa Deebii 1:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Yihowaan garuu, ‘“Ani isinii wajjin waan hin taaneef, ol baatanii hin lolinaa.+ Yoo akkana gootan diinonni keessan isin moʼu” jedhii isaanitti himi’ naan jedhe.
-
-
Keessa Deebii 20:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan diinota keessan isiniif loluu fi isin oolchuuf isinii wajjin ni baʼa.’+
-
-
Iyyaasuu 7:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni diinota isaanii dura dhaabbachuu hin dandaʼan. Isaan wanta guutummaatti balleeffamuu qabu waan taʼaniif, duubatti garagalanii diinota isaanii jalaa ni baqatu. Ammas isin wanta guutummaatti balleeffamuu qabu+ of gidduudhaa yoo balleessitan malee ani deebiʼee isinii wajjin hin taʼu.
-