1 Saamuʼel 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ibsaan Waaqayyoo+ amma illee hin dhaamne ture; Saamuʼelis mana qulqullummaa* Yihowaa bakka Taabonni Waaqayyoo itti argamu keessa ciisee ture.+ 1 Seenaa Baraa 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessa kaaʼan;+ achiis Waaqa dhugaa duratti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessan.+
3 Ibsaan Waaqayyoo+ amma illee hin dhaamne ture; Saamuʼelis mana qulqullummaa* Yihowaa bakka Taabonni Waaqayyoo itti argamu keessa ciisee ture.+
16 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessa kaaʼan;+ achiis Waaqa dhugaa duratti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessan.+