Faarfannaa 141:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 141 Yaa Yihowaa, sin waammadha.+ Na gargaaruuf dafii kottu.+ Yommuun si waammadhu xiyyeeffannaadhaan na dhagaʼi.+
141 Yaa Yihowaa, sin waammadha.+ Na gargaaruuf dafii kottu.+ Yommuun si waammadhu xiyyeeffannaadhaan na dhagaʼi.+