-
Baʼuu 13:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Guyyaa sanattis, ‘Kana kanan godhu, yommuu ani biyya Gibxiitii baʼetti wanta Yihowaan naaf godheen kan kaʼe dha’ jedhiitii ilma keetti himi.+
-
-
1 Seenaa Baraa 29:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis Daawit guutummaa gumichaa duratti Yihowaa ni jajate. Daawit akkana jedhe: “Waaqa Israaʼel abbaa keenyaa kan taate yaa Yihowaa, baraa hamma bara baraatti kan jajamte taʼi. 11 Wanti samii keessas taʼe lafa irra jiru hundi kan kee waan taʼeef,+ yaa Yihowaa, guddinni,+ jabinni,+ miidhaginni, simboonii fi ulfinni+ kan kee ti. Yaa Yihowaa, mootummaan kan kee ti.+ Ati hundumaa irratti mataa of gooteetta.
-