Lakkoofsa 14:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Haa taʼu malee, namoota ulfina koo fi mallattoowwan koo+ warra ani biyya Gibxii keessattii fi lafa onaa keessatti raawwadhe kan argan taʼus warra yeroo kudhan na qoranii+ fi sagalee koo hin dhageenye+ kana keessaa tokko illee Keessa Deebii 6:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Akkuma Maasaatti isa qortanitti+ Waaqa keessan Yihowaa hin qorinaa.+ Faarfannaa 95:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Akkuma Mariibaatti* taʼetti,+Akkuma lafa onaa keessatti guyyaa Maasaatti* taʼettis+ garaa keessan didaa hin godhinaa; 9 Yeroo sanatti abbootiin keessan na qoraniiru;+Hojiiwwan koo kan argan taʼus, na shakkaniiru.+
22 Haa taʼu malee, namoota ulfina koo fi mallattoowwan koo+ warra ani biyya Gibxii keessattii fi lafa onaa keessatti raawwadhe kan argan taʼus warra yeroo kudhan na qoranii+ fi sagalee koo hin dhageenye+ kana keessaa tokko illee
8 Akkuma Mariibaatti* taʼetti,+Akkuma lafa onaa keessatti guyyaa Maasaatti* taʼettis+ garaa keessan didaa hin godhinaa; 9 Yeroo sanatti abbootiin keessan na qoraniiru;+Hojiiwwan koo kan argan taʼus, na shakkaniiru.+