-
2 Mootota 17:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Dambiiwwan isaa fi kakuu+ isaa isa inni abbootii isaanii wajjin gale, akkasumas yaadachiisawwan isaa warra inni isaan akeekkachiisuuf kenne ni tuffatan;+ saboota naannoo isaanii warra Yihowaan akka isaan hin fakkaanne isaan akeekkachiise hundumaa fakkaachuudhaan,+ waaqolii tolfamoo gatii hin qabne hordofan;+ isaanumti iyyuu warra gatii hin qabne taʼan.+
-
-
Ermiyaas 44:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Isin aarsaawwan kana waan dhiheessitaniif, akkasumas sagalee Yihowaatiif ajajamuu diddanii seera isaa, dambiiwwan isaa fi yaadachiisawwan isaa hordofuu diduudhaan Yihowaa irratti cubbuu waan hojjettaniif, akkuma harʼa taʼetti badiisni kun isin irra gaʼeera.”+
-