-
1 Saamuʼel 16:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isseyis nama ergee isa fichisiise. Inni diimaa, ijji isaa bareedaa, bifti isaas miidhagaa ture.+ Achiis Yihowaan, “Inni ani filadhe isa kana waan taʼeef, kaʼiitii isa dibi!” isaan jedhe.+ 13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele.
-