-
Faarfannaa 26:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yaa Yihowaa, mana ati keessa jiraattu,
Bakka ulfinni kee jirus nan jaalladha.+
-
-
Faarfannaa 43:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Ifa kee fi dhugaa kee ergi.+
Isaan na haa geggeessan;+
Gara gaara kee isa qulqulluutti, gara godoo qulqulluu kee isa guddaattis na haa qajeelchan.+
4 Sana booda gara iddoo aarsaa Waaqayyootti,+
Gara Waaqa isa gammachuu koo isa guddaa taʼetti nan dhufa.
Waaqa koo kan taate yaa Waaqayyo, ani baganaadhaan sin jajadha.+
-