Lallaba 12:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+ Ermiyaas 32:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Yeroo hundumaa akka na sodaataniif garaa tokkoo+ fi daandii tokko isaaniif nan kenna; kunis isaaniifis taʼe ijoollee isaanii warra isaan booda dhufaniif gaarii akka taʼuufi.+
13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+
39 Yeroo hundumaa akka na sodaataniif garaa tokkoo+ fi daandii tokko isaaniif nan kenna; kunis isaaniifis taʼe ijoollee isaanii warra isaan booda dhufaniif gaarii akka taʼuufi.+