Keessa Deebii 33:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Waaqayyo bara duriitii jalqabee dahoo dha;+Irreen isaa inni bara baraas si jala jira.+ Inni si duraa diina ni ariʼa;+Akkasumas, ‘Haxaaʼii isaan balleessi!’ jedha.+ Faarfannaa 91:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 91 Namni iddoo iccitii Isa Hundaa Olii keessa jiraatu+Gaaddisa Isa Hundumaa Dandaʼuu jala ni bula.+
27 Waaqayyo bara duriitii jalqabee dahoo dha;+Irreen isaa inni bara baraas si jala jira.+ Inni si duraa diina ni ariʼa;+Akkasumas, ‘Haxaaʼii isaan balleessi!’ jedha.+