Fakkeenya 24:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ati, “Garuu nuti waaʼee kanaa hin beeknu” yoo jette,Inni garaa* namootaa qoru kana hin hubatuu?+ Eeyyee, inni si* argu ni beeka,Tokkoon tokkoon namaatiifis akka hojii isaatti ni deebisa.+ Ibroota 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+
12 Ati, “Garuu nuti waaʼee kanaa hin beeknu” yoo jette,Inni garaa* namootaa qoru kana hin hubatuu?+ Eeyyee, inni si* argu ni beeka,Tokkoon tokkoon namaatiifis akka hojii isaatti ni deebisa.+
13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+