Faarfannaa 30:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, dheekkamsi isaa yeroo muraasaaf qofa tura,+Gaarummaan* isaa garuu bara baraaf tura.+ Galgala booʼichi dhufuu dandaʼa, ganama garuu ililchatu jira.+
5 Sababiin isaas, dheekkamsi isaa yeroo muraasaaf qofa tura,+Gaarummaan* isaa garuu bara baraaf tura.+ Galgala booʼichi dhufuu dandaʼa, ganama garuu ililchatu jira.+