Faarfannaa 57:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni samii irraa gargaarsa ergee na oolcha.+ Isa wanta nama miidhu natti dubbatus abdii kutachiisa. (Seelaa) Waaqayyo jaalala isaa isa amanamaa fi amanamummaa isaa ni erga.+ Faarfannaa 86:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ati garuu yaa Yihowaa, Waaqa araara qabeessaa fi gara laafessa* taʼe,Aariidhaaf suuta kan jettu, jaalalli kee inni amanamaanii fi amanamummaan* kee baayʼee kan taʼe dha.+
3 Inni samii irraa gargaarsa ergee na oolcha.+ Isa wanta nama miidhu natti dubbatus abdii kutachiisa. (Seelaa) Waaqayyo jaalala isaa isa amanamaa fi amanamummaa isaa ni erga.+
15 Ati garuu yaa Yihowaa, Waaqa araara qabeessaa fi gara laafessa* taʼe,Aariidhaaf suuta kan jettu, jaalalli kee inni amanamaanii fi amanamummaan* kee baayʼee kan taʼe dha.+