Keessa Deebii 32:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Haaloo baʼuunii fi adabuun kan koo ti;+Yeroo murteeffametti miilli isaanii ni mucucaata;+Guyyaan badiisa isaanii dhihaateera,Wanti isaan eeggatus dafee ni dhufa.’ Naahom 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan Waaqa guutummaatti akka isaaf bulan barbaaduu fi haaloo baʼu dha;+Yihowaan haaloo ni baʼa, dheekkamsa isaa ibsuufis qophaaʼaa dha.+ Yihowaan diinota isaa irratti haaloo ni baʼa,Hamajaajota isaatiifis dheekkamsa walitti ni qaba. Roomaa 12:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa obboloota jaallatamo, “‘Haaloo baʼuun kan koo ti; ani deebisee nan kaffala’ jedha Yihowaan”*+ jedhamee waan barreeffameef, dheekkamsa Waaqayyoof dhiisaa malee+ ofii keessanii haaloo hin baʼinaa.
35 Haaloo baʼuunii fi adabuun kan koo ti;+Yeroo murteeffametti miilli isaanii ni mucucaata;+Guyyaan badiisa isaanii dhihaateera,Wanti isaan eeggatus dafee ni dhufa.’
2 Yihowaan Waaqa guutummaatti akka isaaf bulan barbaaduu fi haaloo baʼu dha;+Yihowaan haaloo ni baʼa, dheekkamsa isaa ibsuufis qophaaʼaa dha.+ Yihowaan diinota isaa irratti haaloo ni baʼa,Hamajaajota isaatiifis dheekkamsa walitti ni qaba.
19 Yaa obboloota jaallatamo, “‘Haaloo baʼuun kan koo ti; ani deebisee nan kaffala’ jedha Yihowaan”*+ jedhamee waan barreeffameef, dheekkamsa Waaqayyoof dhiisaa malee+ ofii keessanii haaloo hin baʼinaa.