Faarfannaa 21:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Bara baraaf kan eebbifame akka taʼu ni goota;+Gammachuu isaa wajjin taʼuu keetiin argamuun* akka gammadu ni goota.+ Maatewos 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Warri garaan isaanii qulqulluu taʼe+ gammadoo dha; isaan Waaqayyoon ni argu.
6 Bara baraaf kan eebbifame akka taʼu ni goota;+Gammachuu isaa wajjin taʼuu keetiin argamuun* akka gammadu ni goota.+