-
Baʼuu 1:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yeroo boodas mootii haaraan Yoseefiin hin beekne biyya Gibxii bulchuu jalqabe. 9 Kanaafuu, inni uummata isaatiin akkana jedhe: “Kunoo, namoonni Israaʼel nu caalaa baayʼachaa fi ciccimoo taʼaa jiru.+
-