26 Saaʼol gaaricha irraa gama tokkoon ture; Daawitii fi namoonni isaa immoo gaaricha irraa gama kaaniin turan. Daawit Saaʼol jalaa baʼuuf ariifachaa ture;+ haa taʼu malee, Saaʼolii fi namoonni isaa Daawitii fi namoota isaa qabuuf itti dhihaatanii turan.+