Iyyaasuu 15:63 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 63 Namoonni Yihudaa Yebuusota+ warra Yerusaalem+ keessa jiraachaa turan ariʼuu hin dandeenye;+ kanaafuu, Yebuusonni hamma harʼaatti namoota Yihudaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufaniiru. Abbootii Murtii 1:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Niftaalem jiraattota Beet Sheemeshii fi jiraattota Beet Aanaat+ hin ariine; kanaa mannaa Kanaʼaanota biyyattii keessa jiraatan gidduu jiraachuu isaanii ittuma fufan.+ Jiraattonni Beet Sheemeshii fi Beet Aanaat warra hojii dirqamaa isaaniif hojjetan ni taʼan.
63 Namoonni Yihudaa Yebuusota+ warra Yerusaalem+ keessa jiraachaa turan ariʼuu hin dandeenye;+ kanaafuu, Yebuusonni hamma harʼaatti namoota Yihudaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufaniiru.
33 Niftaalem jiraattota Beet Sheemeshii fi jiraattota Beet Aanaat+ hin ariine; kanaa mannaa Kanaʼaanota biyyattii keessa jiraatan gidduu jiraachuu isaanii ittuma fufan.+ Jiraattonni Beet Sheemeshii fi Beet Aanaat warra hojii dirqamaa isaaniif hojjetan ni taʼan.