Faarfannaa 46:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+ Isaayyaas 41:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sababiin isaas, ani Waaqni kee Yihowaan, isa harka kee mirgaa qabee,‘Hin sodaatin. Ani sin gargaara’ siin jedhu sana dha.+ Ermiyaas 20:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan garuu akka loltuu sodaachisaatti anaa wajjin ture.+ Warri na ariʼatan kan gufatanii fi kan hin moone kanaafi.+ Isaan milkaaʼina waan hin arganneef, qaanii guddaadhaaf ni saaxilamu. Salphinni bara baraaf isaan irra gaʼu hin irraanfatamu.+ Ibroota 13:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu, ija jabina guddaadhaan, “Yihowaan* gargaaraa koo ti; ani hin sodaadhu. Namni maal na gochuu dandaʼa?”+ jenna.
46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+
13 Sababiin isaas, ani Waaqni kee Yihowaan, isa harka kee mirgaa qabee,‘Hin sodaatin. Ani sin gargaara’ siin jedhu sana dha.+
11 Yihowaan garuu akka loltuu sodaachisaatti anaa wajjin ture.+ Warri na ariʼatan kan gufatanii fi kan hin moone kanaafi.+ Isaan milkaaʼina waan hin arganneef, qaanii guddaadhaaf ni saaxilamu. Salphinni bara baraaf isaan irra gaʼu hin irraanfatamu.+
6 Kanaafuu, ija jabina guddaadhaan, “Yihowaan* gargaaraa koo ti; ani hin sodaadhu. Namni maal na gochuu dandaʼa?”+ jenna.