Isaayyaas 27:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani Yihowaan ishii nan eega.+ Yeroo hundumaa bishaan nan obaasa.+ Eenyu iyyuu akka ishii hin miineef,Halkanii fi guyyaa ishii nan eega.+ Isaayyaas 40:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Ati hin beektuu? Hin dhageenyee? Yihowaan inni Uumaa andaara lafaa taʼe, bara baraaf Waaqa dha.+ Inni matumaa hin dadhabu yookiin hin bututu.+ Hubannaan isaa qoramuu* hin dandaʼu.+
3 Ani Yihowaan ishii nan eega.+ Yeroo hundumaa bishaan nan obaasa.+ Eenyu iyyuu akka ishii hin miineef,Halkanii fi guyyaa ishii nan eega.+
28 Ati hin beektuu? Hin dhageenyee? Yihowaan inni Uumaa andaara lafaa taʼe, bara baraaf Waaqa dha.+ Inni matumaa hin dadhabu yookiin hin bututu.+ Hubannaan isaa qoramuu* hin dandaʼu.+