Fakkeenya 13:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Namni afaan isaa* eeggatu lubbuu isaa eeggata,+Namni afaan isaa balʼisee banu garuu ni bada.+ Fakkeenya 21:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namni afaan isaa fi arraba isaa eeggatuRakkina irraa of* oolcha.+ Yaaqoob 1:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Namni tokko Waaqa akka waaqeffatu kan yaadu taʼus, arraba isaa kan hin toʼanne* yoo taʼe,+ inni garaa isaa gowwoomsa, waaqeffannaan isaas gatii hin qabu.
26 Namni tokko Waaqa akka waaqeffatu kan yaadu taʼus, arraba isaa kan hin toʼanne* yoo taʼe,+ inni garaa isaa gowwoomsa, waaqeffannaan isaas gatii hin qabu.