Faarfannaa 37:39, 40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Fayyinni qajeelotaa Yihowaa biraa dhufa;+Inni yeroo dhiphinaatti dallaa dhagaa isaaniif ni taʼa.+ 40 Yihowaan isaan gargaara; isaan oolchas.+ Isatti kooluu waan galaniif,+Inni namoota hamoo jalaa isaan baraara, isaan oolchas. Faarfannaa 50:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroo dhiphinaatti na waammadhu.+ Ani sin oolcha, atis ulfina naaf kennita.”+
39 Fayyinni qajeelotaa Yihowaa biraa dhufa;+Inni yeroo dhiphinaatti dallaa dhagaa isaaniif ni taʼa.+ 40 Yihowaan isaan gargaara; isaan oolchas.+ Isatti kooluu waan galaniif,+Inni namoota hamoo jalaa isaan baraara, isaan oolchas.