Leewwota 26:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Biyya keessan keessatti nagaa nan buusa;+ namni tokko illee utuu isin hin sodaachisin ciistu;+ bineensota bosonaa hamoo taʼan biyya keessan keessaa nan baasa; goraadeen lolaas biyya keessan keessa hin darbu. Isaayyaas 60:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Bakka sibiila diimaa warqii,Bakka sibiilaa meetii,Bakka mukaa sibiila diimaa,Bakka dhagaas sibiila nan fida;Nagaa ilaaltuu ol aanaa kee,Qajeelummaas isa si hojjechiisu godhee nan muuda.+
6 Biyya keessan keessatti nagaa nan buusa;+ namni tokko illee utuu isin hin sodaachisin ciistu;+ bineensota bosonaa hamoo taʼan biyya keessan keessaa nan baasa; goraadeen lolaas biyya keessan keessa hin darbu.
17 Bakka sibiila diimaa warqii,Bakka sibiilaa meetii,Bakka mukaa sibiila diimaa,Bakka dhagaas sibiila nan fida;Nagaa ilaaltuu ol aanaa kee,Qajeelummaas isa si hojjechiisu godhee nan muuda.+