1 Saamuʼel 23:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Saaʼolis, “Daawit gara Qeyilaa dhufeera” jedhamee itti himame. Yeroo kanatti Saaʼol, “Inni gara magaalaa karrawwan ishii danqaraadhaan cufamanitti seenuudhaan kiyyoo keessa waan of galcheef, Waaqayyo harka kootti dabarsee isa kenneera”*+ jedhe.
7 Saaʼolis, “Daawit gara Qeyilaa dhufeera” jedhamee itti himame. Yeroo kanatti Saaʼol, “Inni gara magaalaa karrawwan ishii danqaraadhaan cufamanitti seenuudhaan kiyyoo keessa waan of galcheef, Waaqayyo harka kootti dabarsee isa kenneera”*+ jedhe.