Fakkeenya 12:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Arrabni dhugaa dubbatu bara baraaf jiraata,+Arrabni sobu garuu yeroo xinnoodhaaf qofa tura.+ Fakkeenya 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Arrabni tasgabbaaʼaan* muka jireenyaa ti,+Dubbii micciiramaan garuu abdii nama kutachiisa.* 1 Pheexiros 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, hammina hundumaa, gowwoomsaa, fakkeessaa, hinaaffaa fi hamii hundumaa of irraa fageessaa.+
2 Kanaafuu, hammina hundumaa, gowwoomsaa, fakkeessaa, hinaaffaa fi hamii hundumaa of irraa fageessaa.+