Faarfannaa 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namoonni hedduun waaʼee koo,*“Waaqayyo isa hin oolchu”+ jechaa jiru. (Seelaa)* Faarfannaa 71:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Diinonni koo na mormanii dubbatu,Warri lubbuu koo balleessuu barbaadan waliin taʼanii,+11 “Waaqayyo isa dhiiseera. Kan isa oolchu tokko illee waan hin jirreef, ariʼaa isa qabaa” jedhanii na irratti mariʼatu.+
10 Diinonni koo na mormanii dubbatu,Warri lubbuu koo balleessuu barbaadan waliin taʼanii,+11 “Waaqayyo isa dhiiseera. Kan isa oolchu tokko illee waan hin jirreef, ariʼaa isa qabaa” jedhanii na irratti mariʼatu.+