Fakkeenya 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Guyyaa dheekkamsaatti qabeenyi* faayidaa hin qabu,+Qajeelummaan garuu duʼa irraa nama oolcha.+ Maatewos 16:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Namni tokko guutummaa addunyaa kan isaa godhatee lubbuu isaa yoo dhabe maal isa fayyada?+ Yookiin namni tokko bakka lubbuu isaa maal kennuu dandaʼa?+
26 Namni tokko guutummaa addunyaa kan isaa godhatee lubbuu isaa yoo dhabe maal isa fayyada?+ Yookiin namni tokko bakka lubbuu isaa maal kennuu dandaʼa?+