1 Mootota 4:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Waaqayyos ogummaa fi hubannaa guddaa, akkasumas gara balʼina* akka cirracha qarqara galaanaa taʼe Solomooniif ni kenne.+ 1 Mootota 4:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Inni fakkeenyota+ 3,000 ni qindeesse;* lakkoofsi faarfannaawwan+ isaatiis 1,005 ture. Lallaba 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sassaabdichi ogeessa taʼuu qofa utuu hin taʼin, wanta beekus utuu wal irraa hin kutin namoota barsiiseera;+ kana malees, fakkeenyota hedduu walitti qabuuf* irratti yaadeera, qorannaa guddaas godheera.+
29 Waaqayyos ogummaa fi hubannaa guddaa, akkasumas gara balʼina* akka cirracha qarqara galaanaa taʼe Solomooniif ni kenne.+
9 Sassaabdichi ogeessa taʼuu qofa utuu hin taʼin, wanta beekus utuu wal irraa hin kutin namoota barsiiseera;+ kana malees, fakkeenyota hedduu walitti qabuuf* irratti yaadeera, qorannaa guddaas godheera.+