Fakkeenya 30:24, 25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Wantoota hunda caalaa xixinnoo taʼan keessaa afur jiru,Taʼus isaan uumamumaan ogeeyyii* dha:+ 25 Goondaan uumama* cimtuu miti,Taʼus yeroo bonaatti nyaata ishii qopheeffatti.+
24 Wantoota hunda caalaa xixinnoo taʼan keessaa afur jiru,Taʼus isaan uumamumaan ogeeyyii* dha:+ 25 Goondaan uumama* cimtuu miti,Taʼus yeroo bonaatti nyaata ishii qopheeffatti.+