Fakkeenya 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa ilma koo, adaba Yihowaa hin didin,+Sirreeffama isaas hin jibbin.+ Fakkeenya 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Adaba cimsii qabadhu; hin gadhiisin.+ Inni jireenya kee waan taʼeef, isa eegi.+ Ibroota 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba* itti argattan keessaa tokko akka taʼetti ilaalaa. Waaqayyo akka ilmaan isaatti isin ilaala.+ Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?+ Ibroota 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kana malees, abbootiin keenya* nu adabu turan, nutis isaan kabajna turre. Maarree Abbaa isa hafuura qulqulluudhaan jireenya keenya geggeessuuf fedhiidhaan bitamuudhaan jiraachuun keenya caalaatti barbaachisaa mitii?+
7 Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba* itti argattan keessaa tokko akka taʼetti ilaalaa. Waaqayyo akka ilmaan isaatti isin ilaala.+ Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?+
9 Kana malees, abbootiin keenya* nu adabu turan, nutis isaan kabajna turre. Maarree Abbaa isa hafuura qulqulluudhaan jireenya keenya geggeessuuf fedhiidhaan bitamuudhaan jiraachuun keenya caalaatti barbaachisaa mitii?+