13 Namni dhibaaʼaan, “Leenci saafelli karaa irra jira,
Leenci addabaabayii keessa jira!” jedha.+
14 Balballi maaxafaa isaa irratti naannaʼa,
Namni dhibaaʼaanis siree isaa irra gaggaragala.+
15 Namni dhibaaʼaan harka isaa saanii golboo keessa ni kaaʼa,
Garuu gara afaan isaatti deebisee fiduun baayʼee isa dadhabsa.+