Faarfannaa 119:163 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 163 Soba nan jibba, nan balfas,+Seera kee garuu nan jaalladha.+ Fakkeenya 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+ Efesoon 4:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+
13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+
25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+