-
Abbootii Murtii 8:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Inni garuu akkana isaaniin jedhe: “Wanta isin gootanii wajjin yeroo wal bira qabamu ani maalan raawwadhe? Qaarmiin Efreem+ oomisha wayinii Abiʼezer+ irra hin wayyuu? 3 Waaqayyo bulchitoota Miidiyaan kan taʼan Oreebii fi Zeʼeebiin+ dabarsee kan kenne harka keessanitti dha; maarree, wanta isin gootanii wajjin yeroo wal bira qabamu ani maalan raawwadhe?” Yommuu inni karaa kanaan* dubbatus isaan ni tasgabbaaʼan.*
-