-
Fakkeenya 26:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Akkuma maraataa meeshaa waraanaa bobaʼuu fi furguggifamu, akkasumas xiyyaa nama ajjeesu namatti darbatuu,
19 Namni michuu isaa gowwoomsee, “Qoosaan jira!” jedhus akkanuma dha.+
-