Uumama 27:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Esaawu garuu abbaan isaa Yaaqoobiin waan eebbiseef, ija diinummaatiin Yaaqoobiin ilaaluu jalqabe;+ garaa isaattis, “Duuti abbaa kootii dhihaateera.*+ Sana booda obboleessa koo Yaaqoobiin nan ajjeesa” jedhee yaada ture. 2 Saamuʼel 13:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Abishaalom, Amnoon obboleettii isaa Taamaariin salphisuu+ isaatiin kan kaʼe waan isa jibbeef,+ hamaas taʼe gaarii wanta tokko illee Amnoonitti hin dubbanne.
41 Esaawu garuu abbaan isaa Yaaqoobiin waan eebbiseef, ija diinummaatiin Yaaqoobiin ilaaluu jalqabe;+ garaa isaattis, “Duuti abbaa kootii dhihaateera.*+ Sana booda obboleessa koo Yaaqoobiin nan ajjeesa” jedhee yaada ture.
22 Abishaalom, Amnoon obboleettii isaa Taamaariin salphisuu+ isaatiin kan kaʼe waan isa jibbeef,+ hamaas taʼe gaarii wanta tokko illee Amnoonitti hin dubbanne.